Pular para o conteúdo
Publicidade

Lakkoobsa 14:9

KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

9 Isin garuu Rabbii Allaahatti hin fincilinaa. Waan nu isaan lilliqimsinuuf namoota biyya sanaa hin sodaatinaa. Gaaddisni isaan irraa kaʼeera; Rabbii Allaahan nu wajjin jira. Isaan hin sodaatinaa."

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    9 እስን ገሩ ዋቀዮት ህንፍንጭልና። ዋን ኑ እሳን ልልቅምስኑፍ ነሞተ ብየ ሰና ህንሶዳትና። ጋድስን እሳንራ ከኤረ፤ ዋቀዮ ኑ ወጅን ጅረ። እሳን ህንሶዳትና።"

  2. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    9 Isin garuu Waaqayyotti hin fincilinaa. Waan nu isaan lilliqimsinuuf namoota biyya sanaa hin sodaatinaa. Gaaddisni isaan irraa kaʼeera; Waaqayyo nu wajjin jira. Isaan hin sodaatinaa."

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.