Pular para o conteúdo
Publicidade

Fakkeenya 6

6 Yaa dhibaaʼaa nana mee gara goondaa dhaqi;

karaa ishee qalbeeffadhuutii ogeessa taʼi!

7 Inni ajajaa hin qabu;

toʼataa yookaan bulchaa hin qabu;

8 taʼu illee inni bona keessa nyaata isaa kuufata;

yeroo midhaan galfamutti immoo nyaata isaa walitti qabata.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também