Pular para o conteúdo
Publicidade

Roomaa 12:17-21

KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

17 Nama kamiif iyyuu hammina hamminaan hin deebisinaa. Nama hunda duratti waan gaarii hojjedhaa. 18 Yoo dandaʼame, gama keessaniin nama hunda wajjin nagaan jiraadhaa. 19 Yaa jaallatamtoota, dheekkamsa Allaahatiif iddoo kennaa malee haaloo hin baʼinaa; Gooftaan, "Haaloo baasuun kan koo ti; ani gatii nan deebisa"12:19 KeD 32:35 jedha, jedhamee barreeffameeraatii. 20 Garuu,

"Yoo diinni kee beelaʼe, beela baasi;

yoo inni dheebotes, waan inni dhugu kenniif.

Kana gochuu keetiin barbadaa ibiddaa mataa isaa irra tuulta."12:20 Fak 25:21,22

21 Gaarummaan hammina moʼi malee hamminaan hin moʼamin.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    17 ነመ ከሚፍዩ ሀምነ ሀምናን ህንዴብስና። ነመ ሁንደ ዱረት ዋን ጋሪ ሆጄዻ። 18 ዮ ደንደአሜ፣ ገመኬሰኒን ነመ ሁንደ ወጅን ነጋን ጅራዻ። 19 ያ ጃለተምቶተ፣ ዼከምሰ ዋቃቲፍ እዶ ኬና መሌ ሃሎ ህንበእና፤ ጎፍታን፣ "ሃሎ ባሱን ከንኮት፤ አን ገቲ ነንዴብሰ"12፥19 ኬዴ 32፥35 ጄዸ፣ ጄዸሜ በሬፈሜራቲ። 20 ገሩ፣

    "ዮ ዲንኬ ቤለኤ፣ ቤለ ባስ፤

    ዮ እን ዼቦቴስ፣ ዋን እን ዹጉ ኬኒፍ።

    ከነ ጎቹኬቲን በርበዳ እብዳ መታሳረ ቱልተ።"12፥20 ፈኬ 25፥21፣22

    21 ጋሩማን ሀምነ ሞእ መሌ ሀምናን ህንሞአምን።

  2. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    17 Nama kamiif iyyuu hammina hamminaan hin deebisinaa. Nama hunda duratti waan gaarii hojjedhaa. 18 Yoo dandaʼame, gama keessaniin nama hunda wajjin nagaan jiraadhaa. 19 Yaa jaallatamtoota, dheekkamsa Waaqaatiif iddoo kennaa malee haaloo hin baʼinaa; Gooftaan, "Haaloo baasuun kan koo ti; ani gatii nan deebisa"12:19 KeD 32:35 jedha, jedhamee barreeffameeraatii. 20 Garuu,

    "Yoo diinni kee beelaʼe, beela baasi;

    yoo inni dheebotes, waan inni dhugu kenniif.

    Kana gochuu keetiin barbadaa ibiddaa mataa isaa irra tuulta."12:20 Fak 25:21,22

    21 Gaarummaan hammina moʼi malee hamminaan hin moʼamin.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.