Pular para o conteúdo
Publicidade

Roomaa 2

6 Allaahan, "Nama hundaaf akkuma hojii isaatti gatii isaa ni kenna."2:6 Zab 62:12; Fak 24:12 7 Inni warra obsaan waan gaarii hojjechaa kabaja, ulfinaa fi jireenya hin dabarre barbaadaniif jireenya bara baraa ni kenna. 8 Warra ofittoo kanneen dhugaadhaaf ajajamuu didanii hammina duukaa buʼan garuu dheekkamsaa fi aariitu isaan eeggata.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também