Pular para o conteúdo
Publicidade

Romanos 3

Qajeelummaa Amantiin Argamu

21 Amma garuu qajeelummaan Allaahan kennamu kan seeraan adda taʼe, kan Seerrii fi Nabiiʼiyyoonni dhugaa baʼaniif mulʼateera. 22 Qajeelummaan Allaaha kun amantiidhaan warra Iisaa Al-Masiihitti amanan hundaaf kennama; nama wal caalchisuun hin jiru;

Veja também