3 Kana qofa miti; nu dhiphina keenyattis ni gammanna; akka dhiphinni obsa fidu ni beeknaatii; 4 obsi jabaatanii dhaabachuu, jabaatanii dhaabachuun immoo abdii fida. 5 Jaalalli Allaaha karaa Hafuura Qulqulluu nuu kennamee sanaatiin garaa keenya keessatti waan dhangalaafameef abdiin nu hin qaanessu.
Publicidade
Publicidade