12 Ee, bakkalcha bari’ii, ilma ganamaa, attam attam ol-gubbaa irraa gad buute! Ati ka mootota gosa biyya adda addaa gad qadde, amma attam attam lafatti gad gatante! 13 Ati gadhaa keeti keessatti, «Ani gara ol-gubba’aa hin baya; barcumaa mootummaa kiyyaalle urjoota Waaqaatiin gubba’aatti hin godhadha; barcumaa mootumma’aa kiyya ka gaara yaa’ii waaqotaa, gara kaabaa qaccee irra jiru irra hin tee’a. 14 Qaccee duumensaa gubba’atti hin baya; Ol-Aanaa ifi hin godha» jetteertaayyu. 15 Ammoo gara addee worri du’e jiruu, qilee boollaa keessa gad buuteerta.
Publicidade
Isaayaasii Raagichaa 14:12-15
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.