Publicidade

Isaías 30

Waaqi Kolbaa Ifii Hin eebbisa

19 Ee kolbaa Xiyoonii, ka Yerusaalem keessa leetanu, haganaa achi hin boottanu; yennaa isin itti iyyattanu, akkuma qoonqoo teessan dhage’een, inni isiniif mararee deebii isiniif hin kenna.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-04_23-13-58-