Pular para o conteúdo
Publicidade

Isaayaasii Raagichaa 35

4 Worra gadhaan isaanii soda’aan qabameen,

«Jabaadha’a; hin sodaatina’a!

Kunoo, Waaqi keessan diinota keessan haluu bayiisaaf,

yakkaa isaan isin irratti hujaneef

gatii isaan kaffalchiisiisaaf,

isin ammoo fayyisiisaaf hin dhufa» jedha’a.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também