Pular para o conteúdo
Publicidade

Isaayaasii Raagichaa 40

15 Gosi biyya adda addaatuu

akka copha bisaanii ka sakkeelloo keessaa ti;

isaan akka bukuu madaala irraa ti;

kunoo, inni oddoolota akka bukuun kaatu hin kaasa.

17 Gosi biyya adda addaa

isa duratti womaa moti;

isaan isa duratti

waan tokkolle’etti hin laakkowamanu.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também