3 Qoonqoon nama goomolee keessaa lallabu tokkoo,
«Goomolee keessatti
karaa Mootii Waan Maraa qopheessa’a;
Gammoojjii keessatti
karaa guddaa Waaqa keennaaf qajeelcha.
8 Marri hin qoora;
daraaraalle hin harca’a;
jechi Waaqa keennaa ammoo,
haga bara baraa jabaatee le’a» jette.