Pular para o conteúdo
Publicidade

Isaayaasii Raagichaa 41

13 Ani Mootii Waan Maraa Waaqa keeti,

ka harka keeti middicha qabee,

Hin sodaatin; ani si qarqaarajedhu.

14 Mootiin Waan Maraa keeti ka si wodu,

Woyyichi Israa’elii,

Ani waan si qarqaaruuf,

ee Yaaqoobii dadhabaa akka corroqaa,

Israa’elii kolbaa diqqoo tana, hin sodaatinjedheera.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também