Pular para o conteúdo
Publicidade

Isaayaasii Raagichaa 45:1-3

Mootiin Waan Maraa Qiiros Mootii Godhe

1 Mootiin Waan Maraa ka harka isaa middicha qabee,

gosa biyya adda addaa akka inni harka ifii jala galfatuuf,

mootota irraa meya woraanaa akka inni hiikuuf,

karri qacha’aa akka isatti hin cufanneef,

cufanaan isa duraa akka banamuuf,

Qiirosii akka mootii te’u muudeen,

2 «Ani siin dura hin deema;

gaarota dirree hin godha.

Karra qacha’aa ta sageettuu irraa hujante hin caccassa;

danqaraa sibiilaalle hin mura.

3 Ka maqaa keetiin si waame,

ana Mootii Waan Maraa Waaqa Israa’elii

akka te’e akka ati beettuuf,

ani qabeenna dukkana keessa jiruu fi

durummaa addee dhossa’aatitti kuufante si’iif hin kenna.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.