Pular para o conteúdo
Publicidade

Isaayaasii Raagichaa 46

3 Mootiin Waan Maraa, «Ee sanyii Yaaqoobii,

isin sanyii Israa’elii keessaa worri hattane na dhage’aa!

Gadaamessa haadha teessanii keessatti natti isin eege;

dhaloota keessaniin jalqabee

ka isin ba’ate ana.

4 Haga isin dulloontanee arrii baatanutti

ka isin ba’atu ana;

ani isin dadeera; isin hin ba’adha;

isin hin qarqaara; isin hin fayyisa.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também