Pular para o conteúdo
Publicidade

Isaayaasii Raagichaa 55

8 Mootiin Waan Maraa,

«Yaadi kiyya akka yaada keessanii,

karaan kiyyalle akka karaa keessaniitii moti.

9 Akkuma ol-gubbaan lafa irraa ol fagaattu,

karaan kiyya karaa keessan irraa,

yaadi kiyyalle yaada keessan irraa ol hin fagaata.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também