Pular para o conteúdo
Publicidade

Isaayaasii Raagichaa 6:6,7

6 Achiin duuba Suraafeloota san keessaa tokkochi, addee ciinca’aa irra kashila ibiddaa qarapha’aan fuudhee harkatti qabatee, gara kiyya koolaan ka’ee dhufe. 7 Inni kashila ibiddaa saniin afaan kiyya tuqee, «Kunoo, kashilli kun hidhii teeti waan tuqeef, yakkaan teeti si irraa kaateerti; cubbuu teetiifille araarri kennameera» naan jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.