Pular para o conteúdo
Publicidade

Mulʼata 12

9 Bineensi guddaan jawwee fakkaatu sunis gad darbatame; innis bofa durii isa ibliis yookaan sheeyxaana jedhamu, isa addunyaa guutuu karaa irraa jalʼisu sanaa dha. Inni lafatti gad darbatame; malaʼikkoonni isaas isa wajjin darbataman.

10 Anis sagalee guddaa tokko shamaayʼun keessaa nan dhagaʼe; innis akkana jedha:

"Amma fayyinni, humnii fi

mootummaan Allaah keenyaa,

taayitaan Al-Masiihii isaas dhufeera.

Himataan obboloota keenyaa

inni halkanii guyyaa fuula Allaaha duratti,

isaan himatu sun gad darbatameeraatii.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também