Pular para o conteúdo
Publicidade

Mulʼata 4

8 Tokkoon tokkoon uumamawwan lubbuu qabeeyyii afranii qoochoo jaʼa jaʼa qabu turan; duubni isaaniitii fi keessi isaaniis ijaan guutamee ture. Isaanis utuu aara hin galfatin halkanii guyyaa,

" Allaahan Gooftaan Waan Hunda Dandaʼu4:8 Isa 6:3

inni ture, inni jiruu fi inni dhufuuf jiru,

Qulqulluu, qulqulluu, qulqulluu dha’ "

jedhanii faarfachuu hin dhiisan.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também