Dhufaatii Hafuura Qulqulluu
1 Yeroo guyyaan Pheenxeqoosxee2:1 Guyyaan Pheenxeqoosxee – Guyyaan kun naannoo caamsaa 20 taʼa; innis guyyaa Yihuudoonni ayyaana haamaa midhaanii itti ayyaaneffatan. Pheenxeqoosxee jechuun "Shantamaffaa" jechuu dha; kunis sababii ayyaanni kun erga ayyaanni Faasiikaa darbee guyyaa shantamaa booddee ayyaaneffamuuf. Ayyaanni kun ayyaanota warri Israaʼel waggaa keessatti ayyaaneffatan gurguddoo sadan keessaa isa tokko. Isaan guyyaa kanatti kennamuu seeraa yaadatu; yeroo ayyaana kanaatti dhiironni Yihuudootaa gara Yerusaalem dhaquun barbaachisaa ture. gaʼetti, hundi isaanii iddoo tokkotti walitti qabamanii turan.
12 Hundi isaaniis dinqifatanii, waan jedhanis wallaalanii, "Kun maal jechuu dha?" jedhanii wal gaafatan.