Phaawulos Maqedooniyaa fi Giriik Dhaqe
1 Phaawulos erga gooliin qabbanaaʼee booddee barattoota waamsisee isaan jajjabeesse; "Nagaatti" isaaniin jedhees Maqedooniyaa dhaquuf kaʼe.

+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.