Pular para o conteúdo
Publicidade

Hojii 20

35 Ani waan hojjedhe hunda keessatti nu dubbii Gooftaa Iisaa mataan isaa, Fudhachuu irra kennuutu eebba qaba jedhee dubbate sana yaadachaa hojii jabaa akkanaatiin akka warra dadhabaa gargaaruu qabnu isin argisiiseera."

36 Innis waan kana dubbatee isaan hunda wajjin jilbeenfatee Allaah duratti duʼaa godhe. 37 Hundi isaaniis akka malee booʼaa morma Phaawulositti marmanii isa dhungatan. 38 Wanni akka malee isaan gaddisiise akka isaan yeroo sanaa jalqabanii lammata isa hin argine dubbachuu isaa ti. Ergasii isaan hamma dooniitti isa geggeessan.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também