Pular para o conteúdo
Publicidade

Hojii 8

12 Garuu yommuu Fiiliphoos injiila waaʼee mootummaa Allaahatii fi maqaa Iisaa Al-Masiihii lallabetti amananii dhiiraa dubartiin cuuphaman. 13 Simoon mataan isaa iyyuu amanee cuuphame. Innis mallattoo fi dinqii arge sana dinqifachaa Fiiliphoos wajjin deeme.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também