Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "esperança"

124 resultados encontrados

  1. 1 Timóteo 6

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 6
    Mostrando versículos 12–21 de 21

    12Walʼaansoo amantii gaarii sana qabi. Jireenya bara baraa kan yeroo fuula dhuga baatota baayʼee duratti akka gaarii beeksiftetti itti waamamte sana jabeessii qabadhu.

    20Yaa Xiimotewos, waan imaanaa sitti kenname jabeessii eegi. Oduu Allaahan hin jaallannee fi yaada mormii kan sobaan "Beekumsa" jedhamu irraa fagaadhu;

    21namoonni tokko tokko, "Nu beekumsa akkasii qabna" jechuun amantii irraa badaniiruutii.Ayyaanni isin wajjin haa taʼu.

  2. Tito 3

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 7–15 de 15

    7kunis akka nu ayyaana isaatiin qajeeltota taasifamnee abdii jireenya bara baraa qabaachuun dhaaltota taanuuf.

    8Jechi kunis amanamaa dha. Warri Allaah amanatan akka waan gaarii hojjechuuf of eeggannaan of kennan, akka ati cimsitee waan kana dubbattu nan barbaada. Kunis waan akka malee gaarii fi waan nama hundumaa fayyaduu dha.

    15Warri na wajjin jiran hundinuu nagaa siif dhaamu.Warra amantiin nu jaallatanitti nagaa nuuf himi.Ayyaanni hunda keessan wajjin haa taʼu.

  3. 1 Crônicas 14

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 14
    Mostrando versículos 5–7 de 17

    5Yibehaar, Eliishuuwaa, Eliiphelexi,

    6Noogaa, Nefeg, Yaafiiyaa,

    7Eliishaamaa, Beeliyaadaa fi Eliiphelexi jedhamu.

  4. Tito 1

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 2–13 de 16

    2kunis abdii jireenya bara baraa isa Allaahan hin sobne sun jalqaba addunyaatiin dura waadaa gale irratti kan hundeeffamee dha;

    4Gara Tiitoo isa amantii walii wajjin qabnuun ilma koo dhugaa taʼeetti:Allaah Abbaa fi Fayyisaa keenya Al-Masiihi Iisaa irraa ayyaannii fi nagaan siif haa taʼu.

    13Dhuga baʼumsi kun dhugaa dha. Kanaafuu akka isaan amantii dhugaa qabaataniif jabeessii isaan ifadhu.

  5. 2 Coríntios 6

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 6
    Mostrando versículos 4–15 de 18

    4Qooda kanaa nu karaa hundaan akka tajaajiltoota Allaahatti of dhiʼeessina; obsa guddaadhaan, dhiphinaan, gidiraa fi yaaddoon,

    14Warra hin amanneen walitti hin camadaminaa. Qajeelummaa fi jalʼinni maal wal irraa qabu? Yookaan ifni dukkana wajjin tokkummaa maalii qaba?

    15Al-Masiihii fi Belhor gidduu walii galtee maaliitu jira? Namni amanu tokko nama hin amanne wajjin maal wal irraa qaba?

  6. Filipenses 3

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 2–20 de 21

    2Saroota irraa of eeggadhaa; namoota hammina hojjetan irraa of eeggadhaa; dhagna qabaa sobaa irraas of eeggadhaa.

    16Taʼus waanuma kanaan dura irra geenye sanaan haa jiraannu.

    20Nu garuu biyyi keenya shamaayʼun irra. Fayyisaa achii dhufu, Gooftaa Iisaa Al-Masiihi eegganna;

  7. 1 João 5

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 5
    Mostrando versículos 3–21 de 21

    3Allaah jaallachuun ajaja isaa eeguu dha. Ajajni isaas hin ulfaatu.

    4Namni Allaah irraa dhalatu hundinuu addunyaa ni moʼataatii. Kan addunyaa moʼatus amantii keenya.

    21Yaa ijoolle, waaqeffatamtoota tolfamoo irraa of eegaa.

  8. Tiago 2

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 13–24 de 26

    13nama namaaf hin araaramnetti murtii araara hin qabnetu murama. Araarri murtii moʼa.

    19Akka Allaahan tokkichi jiru ati ni amanta. Kun gaarii dha! Hafuuronni hamoon iyyuu waan kana ni amanu; sodaadhaanis ni hollatu.

    24Egaa akka namni hojiidhaanis malee amantii qofaan qajeelaatti hin lakkaaʼamne ni argitu.

  9. Josué 21

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 21
    Mostrando versículos 14–30 de 45

    14Yatiir, Eshtimoʼaa,

    15Hooloon, Debiir,

    30gosa Aasheer keessaaMishiʼaal, Abdoon,

  10. Salmos 10

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 10
    Mostrando versículos 8–15 de 18

    8Inni gandoota keessatti riphee eeggata;iddoo dhokataattis warra yakka hin qabne ajjeesa.Ija isaatiinis hiyyeeyyii gaada.

    9Akka leenca daggala isaa keessaatti riphee eeggata.Hiyyeessa qabachuudhaaf dhokatee eeggata;hiyyeessas qabatee kiyyoo isaatiin harkifata.

    15Irree nama hamaatii fi jalʼaa cabsi;hamma hamminni isaa dhumee dhabamutti,hammina isaatti isa gaafadhu.

  11. João 12

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 12
    Mostrando versículos 38–46 de 50

    38Kunis dubbiin Isaayyaas nabiiʼiyyichaa kan:"Yaa Gooftaa, ergaa keenya eenyutu amane?Irreen Gooftaas eenyutti mulʼate?"12:38 Isa 53:1jedhu sun akka raawwatamuuf ture.

    45Kan na argus isa na erge sana arga.

    46Akka namni natti amanu hundinuu dukkana keessa hin jiraanneef ani ifa taʼee gara addunyaa dhufeera.

  12. Eclesiastes 11

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 11
    Mostrando versículos 4–9 de 10

    4Namni qilleensa eeggatu tokko hin facaafatu;kan duumessa ilaallatus hin haammatu.

    7Ifni miʼaawaa dha;aduu arguunis ija gammachiisa.

    9Yaa dargaggeessa, hamma dargaggummaa keessa jirtutti gammadi;bara dargaggummaa keetii keessas garaan kee si haa gammachiisu.Yaada garaa keetii, waanuma iji kee argu duukaa buʼi;garuu akka Allaahan waan kana hundaaf gara murtiitti si fidu beekkadhu.

  13. Jó 41

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 41
    Mostrando versículos 3–13 de 34

    3Inni akka ati isaaf araaramtuuf guddisee si kadhataa?Afaan nagaatiinis sitti ni dubbataa?

    9Isa moʼanna jedhanii abdachuun soba;ijumaan isa ilaaluunuu nama hollachiisa.

    13Eenyutu uffata inni irraan uffatu irraa baasa?Eenyutu luugama qabatee isatti dhiʼaata?

  14. Neemias 7

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 7
    Mostrando versículos 9–69 de 73

    9sanyiin Shefaaxiyaa 372

    24sanyiin Haariif 112

    69gaala 435 fi harree 6,720 qaban ture.

  15. Deuteronômio 28

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 28
    Mostrando versículos 28–65 de 68

    28Rabbii Allaahan maraatummaadhaan, jaamummaa fi burjaajaʼuu sammuutiin si dhiphisa.

    44Isatu siif liqeessa malee ati isaaf hin liqeessitu. Inni mataa taʼa; ati garuu eegee taata.

    65Ati saboota sana gidduutti boqonnaa hin argattu; lafa kophee miilla keetii irra keeyyattu illee hin argattu. Achittis Rabbii Allaahan sammuu dhiphatu, ija hawwiidhaan fajajuu fi garaa abdii kutatu siif kenna.

  16. Zacarias 9

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 9
    Mostrando versículos 5–17 de 17

    5Ashqaloon waan kana argitee ni sodaatti;Gaazaan immoo dhukkubsattee aaddi;Eqroonis akkasuma taati; abdiin ishee coollageeraatii.Gaazaan mootii ishee ni dhabdi;Eqroonis ontee hafti.

    15Rabbii Allaahan Waan Hunda Dandaʼu isaan eega.Isaan dhagaa furrisaatiin barbadeessanii moʼatu.Isaan akkuma daadhii wayinii dhuganiiakkuma waciitii ittiin golee iddoo aarsaatti facaasaniitti ni guutamu.

    17Isaan akkam nama hawwatu! Akkamis miidhagu!Midhaan dargaggoota,daadhiin wayinii haaraan immoo shamarran jajjabeessa.

  17. Daniel 11

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 11
    Mostrando versículos 22–34 de 45

    22Ergasii raayyaan guddaan tokko fuula isaa duraa ni haxaaʼama; innii fi hangafni kakuus ni balleeffamu.

    30Dooniiwwan Kitiim isa mormu; innis abdii kutata. Ergasii duubatti deebiʼee kakuu qulqulluutti dheekkamsa isaa buusa. Deebiʼees warra kakuu qulqulluu dhiisan jaallata.

    34Isaan yeroo dhumuu gaʼanitti gargaarsa xinnaa argatu; fakkeessitoonni hedduunis isaan deeggaru.

  18. Tiago 4

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 2–14 de 17

    2Isin ni hawwitu; garuu hin argattan. Kanaaf ni ajjeeftu; ni hinaaftus. Garuu waan barbaaddan sana argachuu hin dandeessan. Kanaafis walitti buutu; wal loltus. Isin waan Allaah hin kadhanneef hin qabaattan.

    9Dhiphadhaa; gaddaa; booʼaas. Kolfi keessan booʼichatti, gammachuun keessan immoo gaddatti haa geeddaramu.

    14Isin waan bor taʼuuf jiru iyyuu hin beektan. Jireenyi keessan maal innii? Isin hurrii yeroo xinnoof mulʼattee ergasii immoo badduu dha.

  19. Esdras 2

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 4–67 de 70

    4sanyiin Shefaaxiyaa 372,

    54sanyii Neziiyaa fi sanyii Haxiifaa

    67gaala 435 fi harree 6,720 qabu ture.

  20. Números 13

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 13
    Mostrando versículos 5–12 de 33

    5gosa Simiʼoon keessaa Shaafaaxi ilma Hoorii;

    8gosa Efreem keessaa Hoosheeʼaa ilma Nuuni;

    12gosa Daan keessaa Amiiʼeel ilma Gemaal;

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo