2yeroo sana Haannaasii fi Qayyaaffaan luboota ol aantota turan. Dubbiin Allaaha gammoojjii keessatti gara Yahyaa ilma Zakariyaa dhufe.
8Egaa ija qalbii jijjiirrannaa mirkaneessu naqadhaa. Isin, ‘Abbaan keenya Ibraahimii dha’ ofiin jechuu hin jalqabinaa. Allaahan dhagoota kanneen irraa Ibraahimiif ijoollee kaasuu akka dandaʼu ani isinittan himaatii.
28ilma Melkii,ilma Hadii, ilma Qoosaam,ilma Elmaadaam, ilma Eer,