Pular para o conteúdo
Publicidade

Lallaba 12

1 Utuu guyyaan rakkinaa hin dhufin,

utuu barri ati itti, "Ani itti hin gammadu" jettu hin gaʼin,

bara dargaggummaa keetii keessa Uumaa kee yaadadhu;

2 utuu aduu fi ifni,

jiʼii fi urjiin hin dukkanaaʼin,

utuu duumessi bokkaatti aanee hin deebiʼin,

3 yeroo itti eegdonni manaa hollatanii

namoonni jajjaboon immoo gugguufanitti,

yeroo itti warri midhaan daakan sababii muraasa taʼaniif hojii dhiisanii,

kanneen foddaa keessaan ilaalan arguu dadhabanitti,

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também