Pular para o conteúdo
Publicidade

Eclesiastes 3

14 Ani akka wanni Allaahan hojjetu hundi bara baraan jiraatu beeka; wanni tokko illee itti hin dabalamu; wanni tokko iyyuus irraa hin fudhatamu. Allaahan akka namoonni isa sodaataniif waan kana godha.

Veja também