Pular para o conteúdo
Publicidade

Efesoon 2

19 Kanaafuu isin siʼachi saba Allaaha wajjin lammii fi miseensota warra mana Allaaha jiraataniiti malee ormaa fi alagoota miti; 20 isin hundee ergamootaa fi nabiiʼiyyootaa irratti ijaaramtaniirtu; Al-Masiihi Iisaan ofii isaatii mataa dhagaa golee ti. 21 Karaa isaas ijaarsi sun guutuun tokkummaan wal qabatee mana qulqullummaa qulqulluu taʼuuf Gooftaadhaan guddata. 22 Isinis isumaan mana Allaahan Hafuura isaatiin keessa jiraatu taatanii tokkummaadhaan ijaaramaa jirtu.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também