31 "Sababii kanaaf namni abbaa fi haadha isaa dhiisee niitii isaatti ni maxxana; lamaan isaanii iyyuu foon tokko ni taʼu."5:31 Uma 2:24 32 Kun icciitii guddaa dha; ani garuu waaʼee Al-Masiihii fi waaʼee waldaa kiristaanaa dubbadha.
Publicidade

+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.