Pular para o conteúdo
Publicidade

Efesoon 6

17 Qoobii sibiilaa kan fayyinaa kaaʼadhaa; goraadee Hafuuraas qabadhaa; innis dubbii Allaaha ti.

18 Duʼaa fi waammata gosa hundaa keessatti yeroo hunda Hafuuraan duʼaa godhadhaa. Kanas yaadatti qabachaa yeroo hunda dammaqaatii qulqulloota hundaaf jabaadhaa duʼaa godhaa.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também