Pular para o conteúdo
Publicidade

Efesoon 6

18 Duʼaa fi waammata gosa hundaa keessatti yeroo hunda Hafuuraan duʼaa godhadhaa. Kanas yaadatti qabachaa yeroo hunda dammaqaatii qulqulloota hundaaf jabaadhaa duʼaa godhaa. 19 Yommuun afaan saaqqadhu hunda ija jabinaan icciitii injiilaa akkan beeksisuuf dubbiin akka naa kennamu anaafis duʼaa godhaa;

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também