Pular para o conteúdo
Publicidade

Hebreus 11

17 Ibraahim yeroo Allaahan isa qoretti amantiidhaan Yisihaaqin aarsaadhaaf dhiʼeesse. Isuma waadaa argate sanatu ilma isaa tokkicha aarsaa godhee dhiʼeessuuf qophaaʼe; 18 innis isuma Allaahan, "Sanyiin kee Yisihaaqiin siif waamama"11:18 Uma 21:12 jedheen sana. 19 Ibraahim akka Allaahan warra duʼan keessaa nama kaasuu dandaʼu illee hubatee ture; kunis karaa tokkoon inni ilma isaa Yisihaaqin warra duʼan keessaa deebisee argate jechuu dha.

Veja também