Pular para o conteúdo
Publicidade

Ibroota 2

14 Sababii ijoolleen sun foonii fi dhiiga qabaniif, Iisaanis duʼa ofii isaatiin ibliis isa duʼa irratti humna qabu sana balleessuuf jedhee namummaa isaanii qoodate; 15 innis warra bara jireenya isaanii hunda garbummaa sodaa duʼaatiin hidhamanii turan bilisa baasuuf jedhee waan kana godhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também