Pular para o conteúdo
Publicidade

Ibroota 3

12 Yaa obboloota, akka isin keessaa namni tokko iyyuu garaa hamaa fi hin amanne kan Allaah jiraataa irraa nama fageessu hin qabaanneef of eeggadhaa. 13 Garuu isin keessaa akka namni tokko iyyuu gowwoomsaa cubbuutiin mata jabeessa hin taaneef utuu "Harʼa" jedhamaa jiruu guyyuma guyyaan wal jajjabeessaa.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também