Pular para o conteúdo
Publicidade

Ibroota 6

4 Warra yeroo tokko ifni ifeefii kennaa shamaayʼun dhandhamatan, kanneen Hafuura Qulqulluu irraa qooddatan, 5 warra gaarummaa dubbii Allaahatii fi humna bara dhufuuf jiru sanaa dhandhamatanii 6 ergasii garuu amantii irraa gara galan, gara qalbii jijjiirrannaatti isaan fiduun hin dandaʼamu; sababiin isaas isaan fedhuma isaaniitiin deebisanii Ilma Allaaha ni fannisu; fuula namootaa durattis salphinatti isa saaxilu.

Veja também