Pular para o conteúdo
Publicidade

João 10

14 "Tikseen gaariin ana; ani hoolota koo beeka; hoolonni koos na beeku; 15 kunis akkuma Abbaan na beekuttii fi akkuma ani Abbaa beekutti. Anis lubbuu koo hoolotaaf nan kenna. 16 Ani warra gola kanatti galan malees hoolota gara biraan qaba. Isaanis fiduun qaba. Isaanis sagalee koo ni dhagaʼu; karra tokkos ni taʼu; tikseen isaaniis tokko taʼa.

Veja também