Pular para o conteúdo
Publicidade

Yohannis 14

Iisaan Barattoota Isaa Jajjabeesse

1 "Garaan keessan hin raafamin. Allaahatti amanaa; nattis amanaa. 2 Mana Abbaa koo keessa iddoo jireenyaa baayʼeetu jira; utuu akkana taʼuu baatee silaa isinittin hima ture. Ani iddoo isinii qopheessuuf achin dhaqaatii. 3 Anis yoon dhaqee iddoo isinii qopheesse, akka isinis iddoo ani jiru jiraattaniif deebiʼee dhufeen ofitti isin fudhadha.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também