3 Yommuu Daadhiin wayinii dhumetti haati Iisaa, "Jarri daadhii wayinii hin qaban" isaan jette.
4 Iisaan immoo deebisee, "Dubartii nana! Maal godhi naan jetta? Yeroon koo amma illee hin geenye" jedheen.
5 Haati isaas tajaajiltootaan, "Waanuma inni isinitti himu hunda godhaa" jette.