Qabrii Duwwaa
1 Guyyaa jalqaba torban sanaa ganama barii utuma dukkanaaʼee jiruu Mariyaam isheen Magdalaa gara qabrii dhaqxee akka dhagaan afaan qabrii sanaa irraa fuudhame argite.

+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.