Pular para o conteúdo
Publicidade

Yohannis 9

2 Barattoonni isaas, "Yaa barsiisaa, akka namichi kun jaamaa taʼee dhalatuuf eenyutu cubbuu hojjete? Isuma moo abbaa fi haadha isaa ti?" jedhanii isa gaafatan.

3 Iisaanis akkana jedhee deebise; "Akka hojiin Allaaha isaan mulʼatuuf malee inni yookaan abbaa fi haati isaa cubbuu hojjetanii miti.

Veja também