Pular para o conteúdo
Publicidade

Abbootii Murtii 11

30 Yiftaan akkana jedhee Rabbii Allaahaf wareege; "Yoo ati Amoonota dabarsitee harka kootti kennite, 31 yommuu ani moʼadhee deebiʼutti wanni mana kootii na simachuudhaaf jalqabatti baʼuu kam iyyuu kan Rabbii Allaah ti; anis qalma gubamu godhee isa nan dhiʼeessa."

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também