Pular para o conteúdo
Publicidade

Abbootii Murtii 6

13 Gidewoon garuu akkana jedhee deebise; "Garuu yaa gooftaa, utuu Rabbii Allaahan nu wajjin jiraatee wanni kun hundi maaliif nurra gaʼa? Dinqiiwwan isaa kanneen abbootiin keenya, Rabbii Allaahan biyya Gibxiitii nu baaseerajedhanii nutti himan sun hundi eessa jiru ree? Amma garuu Rabbii Allaahan nu dhiisee harka Midiyaanotaatti dabarsee nu kenneera."

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também