Pular para o conteúdo
Publicidade

Provérbios 31

24 Isheen wayyaa quncee talbaa dhooftee gurgurti;

daldaltootaafis sabbata dhiʼeessiti.

25 Isheen jabina fi ulfina uffatti;

bara dhufaa jiruttis kolfuu dandeessi.

26 Afaan ishee ogummaadhaan banatti;

gorsi gara laafinaas arraba ishee irra jira.

27 Isheen mana ishee toʼatti;

isheen buddeena dhibaaʼummaas hin nyaattu.

Veja também