Publicidade

Romanos 13

Abbootii Taayitaa Jalatti Buluu

1 Namni kam iyyuu warra taayitaa bulchiinsaa irra jiran jalatti buluu qaba; yoo Allaah irraa taʼe malee taayitaa qabaachuun hin dandaʼamuutii. Warra taayitaa qaban Allaahatu muude. 2 Kanaafuu namni abbootii taayitaatiin mormu sirna Allaahatiin morma; warri akkas godhanis murtii ofitti fidu.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-