21 Waan amma itti qaanoftan kana irraa yeroo sana buʼaa maalii argattan ree? Dhumni waan sanaa duʼaatii! 22 Amma garuu waan cubbuu irraa bilisoomtanii garboota Allaaha taataniif faayidaan isin argattan gara qulqullummaatti isin geessa; dhumni isaas jireenya bara baraa ti.
Publicidade
Publicidade