6 Kanaafuu inni akkana naan jedhe; "Kun dubbii Rabbii Allaah kan Zarubaabeliif kennamee dha: ‘Hafuura kootiin malee jabinaan yookaan humnaan miti’ jedha Rabbii Allaahan Waan Hunda Dandaʼu.
Publicidade
Zakariyaa 4:6
KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
Em outras traduções
- ONOCV New Oromo Contemporary Version
6 ከናፉ እን አከነ ናን ጄዼ፤ "ኩን ዱቢ ዋቀዮ ከን ዘሩባቤሊፍ ኬነሜዸ፦ ‘ሀፉረኮቲን መሌ ጀብናን ዮካን ሁምናን ምት’ ጄዸ ዋቀዮ ዋን ሁንደ ደንደኡ።
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
6 Kanaafuu inni akkana naan jedhe; "Kun dubbii Waaqayyoo kan Zarubaabeliif kennamee dha: ‘Hafuura kootiin malee jabinaan yookaan humnaan miti’ jedha Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.