Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "esperança"

200 resultados encontrados

  1. Salmos 61

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 61
    Mostrando versículos 1–8 de 8

    1Ee Waaqa, iyya tiyya dhage’i;daadimata kiyya caqasi.

    4Ani bara jiruu tiyyaa maramana keeti keessa le’uu fedha.Gaaddisa bobaa teetii jalatti baqatuu fedha.

    8Guyyuma guyya’aan waadaa kiyya eegatiisaan,yennaa mara faaru’uun maqaa keeti leellisa.

  2. Salmos 50

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 50
    Mostrando versículos 14–19 de 23

    14Ciincaa galataa Waaqaaf dhikeessi;waadaa keeti Ol Aana’aaf muummessi.

    16Waaqi ammoo nama hama’aan,«Waan ajaja kiyyaatuu maaf dubbatta?Gondooroo tiyya maaf maqaa dhootta?

    19«Afaan keeti waan hantuu dubbata;arrabi keetille soba odeessa.

  3. Salmos 85

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 85
    Mostrando versículos 4–10 de 13

    4Ee Waaqa fayyisaa keenna,adde’etti nu deebisi;nutti mufatiisa lakkisi.

    5Ati haga bara baraa nutti aartaa ree?Aarii teeti dhaloota irraagara dhalootaatitti dabarsitaa ree?

    10Jaalalli fi addatamummaan wol dhaggan;balchumma’aa fi nageenni wol sunqatan.

  4. Salmos 20

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 20
    Mostrando versículos 1–9 de 9

    1Guyyaa rakkinna keetiiMootiin Waan Maraa si’iif dhage’u!Maqaan Waaqa Yaaqoobii si eegu!

    5Yennaa ati injifattenuuti gammadaan hin ilillinna;Waaqa keenna leellisiisaanbaandiraa keenna ol kaafanna;Mootiin Waan Maraawaan ati gaafate mara si’iif guutu.

    9Ee Mootii Waan Maraa! Mooticha injifachiisi!Yennaa nuuti si waammannu nuuf dhage’i!

  5. Salmos 21

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 21
    Mostrando versículos 1–13 de 13

    1Ee Mootii Waan Maraa,mootichi jabeenna keetiin gammada;injifachaa ati isaa kenniteen,gammadi isaa attam attam gudda’a!

    3Eebba gudda’aan gara isaa waan dhutteef,mataa isaa irra kallacha worqii qullu’uu keetteerta.

    13Ee Mootii Waan Maraa, jabeenna keetiin ka’i!Nuuti faarfannee hunna teeti hin leellinna.

  6. Salmos 45

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 45
    Mostrando versículos 2–12 de 17

    2Ati ilmaan namaa mara caalaa miidhaga’a;dubbiin teeti arnya qaddi;tanaaf Waaqi haga bara baraa si eebbiseera.

    8Woyaan fiqiree qumbii, hargiisaa fidakkara irraa hujanteen fiqqitti.Mana mootumma’aa ka ilka arbaatiin seefame keessaaqoonqoon kiraara guddichaatii fimaseenqo’oo si gammachiitti.

    12Kolbaan Xiiroosii kennansa sii fidan;worri dureeyyiin si’itti dhikaatiisaaf barbaadan.

  7. Salmos 38

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 38
    Mostrando versículos 4–18 de 22

    4Yakkaan tiyya mataa kiyya irra dabarteerti;isiin akka ba’a’aa guddoo natti ulfaatteerti.

    15Ee Mootii Waan Maraa,ani ammoo addi’iin si eegadha;Ee Goottaa Waaqa kiyya,atille deebii naaf hin kennita.

    18Yakkaa tiyya hin faaci’adha;cubbuu tiyyaaf gadda.

  8. Salmos 136

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 136
    Mostrando versículos 2–26 de 26

    2Waaqa waaqotaa galateeffadha’a;jaalalli isaa ka bara baraa ti.

    3Goottaa goottotaa galateeffadha’a;jaalalli isaa ka bara baraa ti.

    26Waaqa ol-gubba’aa galateeffadha’a;jaalalli isaa ka bara baraa ti.

  9. Salmos 80

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 80
    Mostrando versículos 3–14 de 19

    3Ee Waaqa adde’etti nu deebisi;nuu marariitii nu baasi.

    7Ee Waaqa waan mara dande’u,adde’etti nu deebisi;nuu marariitii nu baasi.

    14Ee Waaqa waan mara dande’u,gara keenna deebi’i;ol-gubbaa irraa gad nu ilaalii, nuu dhaggi;muka woyni’ii kana kunuunsi.

  10. Salmos 29

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 29
    Mostrando versículos 1–11 de 11

    1Isin ergantooti Waaqaa,ulfinnaa fi hunna Mootii Waan Maraa leellisa’a.

    7Qoonqoon Mootii Waan Maraabalaqqeettii balaqqitti.

    11Mootiin Waan Maraa kolbaa ifiitiif jabeenna kenna;nageyalle’een isaan eebbisa.

  11. Salmos 9

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 9
    Mostrando versículos 2–13 de 20

    2Ani sitti gammadee hin burraaqa;Waaqa Ol Aana’a,ani faaruu leellisaa maqaa keetiif hin faarsa.

    9Mootiin Waan Maraa worra cunqurfameef,addee itti baqatanu;yennaa rakko’oo dalleya jaba’a.

    13Ee Mootii Waan Maraa, naaf marari.Rakkoo diinoti kiyya natti fidanu ilaali;du’a irraa na hamburi.

  12. Salmos 108

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 108
    Mostrando versículos 1–5 de 13

    1Ee Waaqa, gadhaan kiyya hin mamu;ani gadhaa tokkochaan,meya faaru’uu ka adda addaatiin hin faarfadha!

    2Ee kiraara guddicha, ee maseenqo’o dammaqa’a!Anille boruu hin dayyaasa.

    5Ee Waaqa, ol-gubba’aan gubba’atti saadami;ulfinni keeti lafa duudii irratti te’uu ti.

  13. Salmos 34

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 34
    Mostrando versículos 2–13 de 22

    2Ani Mootii Waan Maraatiin ifi jaja;worri cunqurfame dhage’ee gammaduu ti.

    11Ee ijoolle! Gara kiyya kowa’aatii, na caqasa’a;ani Mootii Waan Maraa sodaatiisa isin hin barsiisa.

    13Arraba keeti waan hantuu irraa,hidhii teeti soba dubbatiisa irraa eegadhu.

  14. Salmos 133

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 133
    Mostrando versículos 1–3 de 3

    1Kolbaan Waaqaatokkumma’aan yennaa woliin leetu,attam attam dansa’a;attam attam nama gammachiisa!

    2Tokkummaan tunakka zayitii ejersaa ta gatii guddo’oota mataa irraa areeda irra gad yaatu,areeda Aaronii irra,haga handaara woyaa isaa gad yaatuu ti.

    3Tokkummaan tunakka fixeensa gaara Hermoonii,ka gaarota Xiyoonii irratti bu’uu ti;eebbi jiruu bara baraaachi irratti akka dhaggamuMootiin Waan Maraa ajajeera.

  15. Salmos 92

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 92
    Mostrando versículos 1–8 de 15

    1Ee Mootii Waan Maraa, si leellisuunEe Waaqa Ol Aana’a,maqaa keetiif faaruu leellisaa dhikeessuun dansa’a.

    5Ee Mootii Waan Maraa, hujiin teeti attam attam guddo’o;yaadi keeti attam attam gad fagaata!

    8Ee Mootii Waan Maraa, ati ammoohaga bara baraa ol aana’a.

  16. Salmos 104

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 104
    Mostrando versículos 6–27 de 35

    6Abbaayaa akka woya’aa lafatti uffitte;bisaan gaarota golle.

    21Neenqoti dardarooti adamo’oof dhangaa dhowan;sagalee ifii Waaqa irraa barbaadatan.

    27Sagalee yenna’aan akka isaaniif kennitu,isaan kun marti si eeggatan.

  17. Salmos 88

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 88
    Mostrando versículos 3–10 de 18

    3Lubbuun tiyyarakkinnaan waan guutanteef,jiruun tiyyagara addee worri du’e jiruu dhikaatteerti.

    9Ilti tiyya gaddaan caararrootteerti;ee Mootii Waan Maraa,guyyuma guyya’aan ani si waammadha;harka kiyyalle gara keeti diriirsa.

    10Ati worra du’eeruufwaan maade’ee hin hujjaa ree?Ekeraan kaatee si leellifattii ree?

  18. Salmos 33

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 33
    Mostrando versículos 19–22 de 22

    19Inni du’a irraa isaan hambura;bara beelaalle jiru’uun isaan eega.

    20Lubbuun teenna addi’iin Mootii Waan Maraa eegatti;inni qarqaaraa keenna; wontee teennalle’e.

    22Ee Mootii Waan Maraa,akkuma nuuti addii si godhane,jaalalli keeti ka bara baraa nu irratti te’uu ti.

  19. Salmos 94

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 94
    Mostrando versículos 2–16 de 23

    2Ee abbaa mura’aa ka lafa tanaa, ka’i!Worra koorameeyyi’iif waan isaaniif male kenni.

    9Ka gurra dade ifii hin dhage’uu?Ka ila dade ifii hin dhagguu?

    16Eentu ka’ee worra hamaa naaf ka’ee morma?Eentu worra waan hantuu huju mormiisaaf,golii tiyya dhaabbata?

  20. Salmos 4

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 2–8 de 8

    2Ee Kolba’a, isin haga yoomii ulfinna kiyya salphittan?Haga yoomii waan bu’aa hin qanne jaalattan?Haga yoomii dhara barbaaddan?

    4Isin yennaa aartanulle cubbuu hin hujina’a;isin yennaa taqee teessan irra jirtanu,cadhisa’aatii qalbii teessan keessatti itti yaadadha’a.

    8Mootii Waan Maraa, ka nageyaan na eegu,si qofa waan te’eef,ani yennaa irkadhu, nageyaan rafa.

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo