10«Jarana! Haganaa achi hoboloo gudditti’iin deemiisi keenna kun akka balaa qabu dhagga; fe’iisaa fi hoboloon guddittiin baddee, lubbuun namaalle hin dhumatti» jedhe.
18… nutti jabaataa waan deenteef, boruyyaa fe’iisa hoboloo guddittii keessa jiru, …
19Guyyaa sadeesso’oo, harkuma ifiitiin meya hoboloo gudditti’ii abbaayaa gudditti’itti gatane.
23Halkan edaa ergamaan Waaqaa ka Waaqa ani ka isaa te’ee fi ka ani waaqonfadhuu, na bira dhaabbatee,
25Tanaaf, jarana jabaadha’a! Akkuma inni natti hime akka teetu ani Waaqatti hin addadha.
38Isaan duudiin nyaatanee quufaneen duuba, fe’iisa qamadi’ii abbaayaa gudditti’itti darbanee …