Pular para o conteúdo
Publicidade

Isaayaasii Raagichaa 25

4 Ati hiyyeessaaf addee itti baqatu,

rakkata’aaf yennaa rakkinnaa addee itti baqatu,

yennaa bokkeya bubbe’ee addee jalatti qophatanu,

yennaa o’a adu’uulle gaaddisa teeteertaaf.

Wonni afaan worra gadhaa jabaatuu keessaa bayu,

akka bokkeya bubbe’ee

ka dhaaba manaa dhowuutii fi

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também