3 Nama qalbii ifiitiin jabaatee sitti irkatu,
waan inni sitti addateef,
ati nageya guutu’uun isa hin eedda.
4 Inni rassaa bara baraa waan te’eef,
haga bara baraa
Mootii Waan Maraatitti addadha’a.
3 Nama qalbii ifiitiin jabaatee sitti irkatu,
waan inni sitti addateef,
ati nageya guutu’uun isa hin eedda.
4 Inni rassaa bara baraa waan te’eef,
haga bara baraa
Mootii Waan Maraatitti addadha’a.