Pular para o conteúdo
Publicidade

Isaayaasii Raagichaa 40

9 Ee isin worri Xiyoonitti oduu gammadaa hintanu,

gaara dheera’atti ol baya’a.

Ee isin worri Yerusaalemitti oduu gammadaa hintanu,

qoonqoo teessan ol-qabadhaaatii iyya’a;

qoonqoo teessan ol qabadha’a, hin sodaatina’a!

Qachoota Yihuda’aatiin,

«Waaqi keessan kunoo ti!» jedha’a.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também